Kongireensiin Atleetiksii Addunyaa Atleet Daraartuu Tulluuf beekkamtii laate
Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Kongireensiin Atleetiksii Addunyaa Atleet Daraartuu Tulluun gumaacha Atleetiksii addunyaaf taasiisiifteef Badhaasa ‘TajaajiPilaakiw Of Meeriit’ badhaasuun beekkamtii laateefira.
Pireezidaantiin Federeeshinii Atleetiksii Addunyaa Gargaartuun Komishinaraa Atleet Daraartuu Tulluun Atleetiksii Addunyaa fi Ispoortii Atleetiksiif gumaacha taasiifteef Badhaasa ‘Pilaakiiwu Of Meeriit’ badhaafamuun beekkamtii argachuu ragaan Federeeshichicharraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.