Fana: At a Speed of Life!

Konfiraansiin Nageenyaa Baahir Dariitti gaggeeffama jira

Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) –Naannoo Amaaraa Magaalaa Baahir Daaritti Konfiraansiin nageenyaa mata duree “Nageenyi hundaaf; Hundi Nageenyaaf“ jedhuun gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Konfiraansicharratti Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Agaanyaw Tashaagar, Pireezidaantii Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaa fi qondaaltoonni olaanoo naannichaa biroon argamaniiru.
Akkasumas Itaamaajoor Shuumii Ittaanaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Jeneraal Ababaawu Taaddasaa fi Qondaaltoonni waraanaa biroon konfiransiicharratti argamuun eerameera.
Konfiraansichaan dhimma nageenyaa naannicharratti mariin kan taasifamu ta’uu AMC’n gabaaseera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo mara waan nu waliin taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.