Fana: At a Speed of Life!

Konfiraansiin Manneen Murtii Aadaa Oromiyaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)-Konfiraansiin Manneen Murtii Aadaa Oromiyaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.

Waltajjicharratti Pireezidaantii Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa Obbo Gaazaalii Abbaa Simal, Itti Gaafatamtoonni manneen hojii mootummaa sadarkaa Naannoo fi Godinaalee fi magaalota, Jaarsoliin Mana Murtii Aadaa, Abbootiin Gadaa fi hayyoonni garaagaraa hirmaataniiru.

Waltajjicha irratti bu’aan qoraannoo Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa fi Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaatiin gaggeeffame dhiyaachuunmariin gaggeeffamaa jiraachuu ragaan Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.