Fana: At a Speed of Life!

Konfiraansiin IGAD barnootarratti xiyyeeffate  Finfinneetti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) – Konfiraansiin  Mootummoota Misooma Bahaa Afrikaa IGAD barnootarratti xiyyeeffate Finfinneetti gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.

Marichi ajandaawwan barnoota hirmaachisaa fi qulqullina qabu, baqattoota godaansaa deebi’aan sirnaan keessummeessuu haala mijaata hawaasni itti argatan uumuurratti gaggeeffameera.

Konfiraansi bara Faranjoota Amajjii 2021 Jiibuutiitt gaggeeffamee tureerratti kallattiiwwan kaa’ameen bu’aa argamee fi kallattii gara fula duraarratti ni mari’atama jedhame eegama.

Konfiraansicharratti biyyoonni miseensa IGAD kan hirmaatan ta’uu TOI beeksiseera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.