Fana: At a Speed of Life!

Konfedereeshiniin Buunyaa Afrikaa Itiyoophiyaatti Waajjira bane

Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) – Konfedereeshiniin Buunyaa Afrikaa Waajjira isaa Muummee Finfinnee Paarkii Tokkummaatti ebbisisuun tajaajilaaf baneera.

Saganticharratti Ministirri Ministeera Ispoortii fi Aadaa Shawiit Shaankaa Pireezidaantiin Konfedereeshiinicha Iyyaasuu Wasan fi miseensoonni Boordii Konfedereeshinichaa biroon argamaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.