Fana: At a Speed of Life!

Komishiniin Pilaanii fi Misoomaa magaalaa finfinnee caasaa pilaanii hojiirra oolchuuf dhaabbilee pilaanii raawwachiisan 8 waliin waliigaltee mallatteesse

Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC) – Komishiniin Pilaanii fi Misoomaa magaalaa finfinnee caasaa pilaanii hojiirra oolchuuf dhaabbilee pilaanii raawwachiisan 8 waliin waliigaltee mallatteesse.
Komishiniin Pilaanii fi Misoomaa magaalaa finfinnee Abbaa taayitaa Daandiiwwan Finfinnee, Biiroo Misoomaa fi Manajimantii Lafaa, Abbaa Taayitaa Qindeessaa Bu’uuraalee Misoomaa fi eeyyama Ijaarsaa fi To’annoo, Ejansii Qbiyyee fi Odeeffannoo Lafaa, Biiroo Geejjibaa, Komishinii Eegumsaa fi Misooma Naannoo fi Abbaa Taayitaa Bishaanii fi Dhangala’oo akkasumaas Waajjira Keesuumeessa Komii fi Iyyannoo waliin mallatteesseera.
Waliigaltichi rakkinoota bu’uuraalee misoomaa diriirsurratti mudatan furuuf kan gargaaru ta’uu Komishinarri Komishinii Pilaanii fi Misoomaa magaalaa finfinneeDooktar Maskaram Mitikkuu ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.