Fana: At a Speed of Life!

Komishiniin maree biyyaalessaa waltajjii marii jalqabaa gaggeesse

Finfinnee, Bitootessa 16, 2014 (FBC) – Komishiniin maree biyyaalessaa waltajjii marii jalqabaa sirna walbaruu gaggeesseera.

Komishinichi waltajjii walbaruu abbootii gadaa, abbootii amantaa fi jaarsolii biyyaa waliin gaggeesseera.

Waltajjichaan komishinaroonni 11 abbootii gadaa, abbootii  amantaa fi jaarsolii biyyaa waliin walbaraniiru.

Abbootiin gadaa fi jaarsoliin biyyaa kutaawwan biyyattii garaagaraarraa dhufan ergaa nageenyaa dabarsaniiru.

Alaazaar Taaddalaa fi Balaay Tasfaayeetu gabaase.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.