Komishinichi ijaarsa manneen jireenyaaf kan oolu deeggarsa Birrii miiliyoona 15 taasiise
Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) –Komishiniin Gumurukaa kutaa magaalaa Qiirqoositti ijaarsa manneen jireenyaaf kan oolu deeggarsa Birrii miiliyoona 15 taasiiseera.
Komishinarri Komishinichaa Obbo Dabalee Qaabataan deeggarsicha Kantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeef laataniiru.
Komishinichi yeroo garaagaraatti deeggarsa adda addaa taasisaa jiruuf Aadde Adaanach galateeffachuu ragaan Komishinii Gumurukaarraa argame ni mul’isa.
Deeggarsi taasiifame abbootii warraa 27 fayyadamoo kan taasiisu ta’uu ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.