Komishinar Laliseen Hoggansa Boordii Misooma Dinagdee Singaappoor waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 24, 2015 (FBC)- Koomishinarri Koomishinii Invastimanti Itiyoophiyaa Laalise Namee fi Hojii Gaggeessaa Olaanaan Koorporeshinii Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Akiliiluu Taaddasaan Hoggansa Boordii Misoomaa Dinaagdee Singaapoor waliin mar’ataniiru.
Marii isaaniin, Hoggantoonni Dhaabbiilee kanneen lameenii Invastimantii alaa hawwachuuf fooyyeessa imaammataa irratti mari’achuu ragaan Koomishinii Invastimantiirraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuuk:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.