Fana: At a Speed of Life!

Komishinar Laliseen carraa fi filannoowwan invastimantii Ityoophiyaarratti ibsa laatan

Finfinnee,Gurraandhala 16, 2014 (FBC) – Komishinarri komishinii Invastimantii Lalisee Nameen carraa fi filannoowwan invastimantii Ityoophiyaarratti ibsa laatan.

Komishinar Laliseen seminaaraa Manni Maree Indaastirii Istaanbuul qopheesserratti gama viidiyoo konfiransiin hirmaataniiru.

Seeminaaricharratti carraawwanii fi filannoowwan invastimantii Ityoophiyaarratti ibsa laachuu eerameera.

Seeminaarichi muuxannoowwanii fi carraawwan daldalaa fi invastimantii Ityoophiyaa beeksisuurratti kan xiyyeeffate ta’uu ibsameera.

Ibsa laatamerratti marii bal’aan gaggeeffamuu ragaan Komishinii Invastimantiirraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.