Fana: At a Speed of Life!

Komishinar Lalisee Namee Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Kooriyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Muddee 24, 2014 (FBC) – Komishinarri Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Namee Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Kooriyaa waliin dhimmoota Invastimantiirratti mari’ataniiru.

Invastimantii Ityoophiyaa Abbootii qabeenyaa Kooriyaaf hojii beeksiisuu fi Invastimantii Kooriyaa Ityoophiyaatti babal’isuuf haala danda’amurratti mari’achuu isaanii ibsaniiru.

Carraa fi filannoo Invastimantii Ityoophiyaa jirurraatti bal’inaan mari’achuu isaanii ragaan Komishinii Invastimantii Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.