Fana: At a Speed of Life!

Komishinar jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eel Pireezidaantii Gamtaa Ajajoota Poolisii Gaanfa Afrikaa ta’uun filataman

Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Komishinarri Jeneraal Koomishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’eel Pireezidaantii Gamtaa Ajajoota Poolisii Gaanfa Afrikaa ta’uun filataman

Yaa’iin Waliigalaa Gamtaa Ajajoota Poolisii Afrikaa Bahaa 24ffaan bakkaa Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudee argamanitti gaggeffamaa jira.

Pireezidaantii Gamtaa Ajajoota Poolisii Gaanfa Afrikaa ta’uun tajaajilaa kan turan Inispeektara Jeneraalaa Poolisii Biyyaalessaa Rippublika Dimookiraatawaa Kongoo Diyudone Amulii Bahigwa Komishinar Dammallaash gabramikaa’eelitti aangoo dabarsaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.