Fana: At a Speed of Life!

Komishiinii Carraa Hojii Uumuu Bulchiinsa Dirree Dawaatti qaamolee damichaa waliin marii’ate

Finfinnee, Fulbaana 12, 2013 (FBC) –Komishiinii Carraa Hojii Uumuu Bulchiinsa Dirree Dawaatti qaamolee damichaa waliin marii’ate.
Komishiinii Carraa Hojii Uumuu Bulchiinsa Dirree Dawaatti Ejansii Intarpiraayzii xixiqqaa waliin qaamolee damichaa waliin marii’ateera.
Waltajjii marichaarratti kan argaman Komishinarri Komishinii Carraa Hojii Uumuu Federaalaa obbo Nugusuu Xilaahuun bara baajataa 2013tti lammiilee kuma 23 oliif carraa hojii uumuuf hojjechaa jiraachuu ibsaniiru.
Kanneen keessaa gara hojiitti kan gale paarkiin Inadaatirii Dirree Dawaa lammiilee hanga kuma 10 carraa hojii kallattiin uumuu kan dandeesisu ta’uu eerameera.
Maricharratti Itti aanaan Kantiibaa obbo Ahimad Mahaammaad dabalatee Sadarkaa Itti aanaa Kantiibaatti Hogganaan Biiroo Indaastirii fi Invastimantii obbo Kadir Jawaar argamaniiru.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.