Fana: At a Speed of Life!

Komaanddar Daraartuun waggaa lamaaf ambaasaaddar tola ooltuu haadha fayyaa qabeettii ta’uun filatamte

Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC) – Komaanddar Atleet Daraartuu Tulluun waggaa lamaaf ambaasaaddar tola ooltuu haadha fayyaa qabeettii ta’uun Ministeera Fayyaan filatamte.

Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan, Komaanddar Atleet Daraartuu Tulluun itti gaafatamummaa itti laatame haalan ba’uuf murannoo agarsiisaniif galateeffataniiru.

Dhimma fayyaa haadholiirratti ministeericha waliin ta’uun hojii gaarii akka hojjetan amantaa qabaachuu Dooktar Liyaan Fuula Feesbuukii isaanin ibsaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.i

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.