Fana: At a Speed of Life!

Komaandar Atileet Taammiraat Tolaan Aanaa Alaltuu iddoo dhaloota isaatti simatame

Finfinnee, Hagayya 19, 2016 (FBC) – Gooticha Maaraatoonii Paaris, Komaandar Atileet Taammiraat Tolaa bakka dhaloota isaa Aanaa Alaltuutti simannaan taasiifameef.

Olompikii Paariis 33ffaarratti dorgommii maraatoonii dhiirotaan rikardii fooyyeessuun kan injifate Komaandar Atileet Taammiraat Tolaaf Bulchiinsi Aanaa Alaltuu sagantaa simannaafi galateeffannaa qopheesseefiira.

Sagantaa kanarratti haati warraa isaa Atileet Dharraa Didhaa, Atileet Sisaay Lammaafi màatiin isaa argamaniiru.

Ababaa Yeshawaali’uultu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.