Fana: At a Speed of Life!

Kollejjii Giloobal damee Amboo hayyootaan hundaa’ee marsaa 2ffaaf barattoota barsiisaa ture eebbisiise

Finfinnee, Amajjii 30, 2013 (FBC) – Kollejjii Giloobal damee Amboo hayyootaan hundaa’ee marsaa 2ffaaf barattoota barsiisaa ture eebbisiise.
Kollejjii Giloobal damee Amboo hayyootaan hundaa’ee marsaa 2ffaaf barattoota barsiisaa ture 1,949 gulantaa gara garaatiin guyyaa har’aa eebbisiiseera.
Akka Waajjirri Kominikeeshinii Godina Shawaa Lixaa beeksiseetti Koollejjiin giloobal baruu barsiisuu biratti lammiilee harka qalleeyyii deeggaruu fi hojii misoomaa keessatti adda durummaan kan beekkamudha.
Lammiilee keenya naannooo sumaaleerraa buqqa’aniifi Kuma 800 ol baasii gochuun galii argatan kanarraa magaalaa Ambootti mana jireenyaa ijaaraniifi jiru.
Fuula feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa yuutyuubii keenyan nu hordofuuf fbc afaan oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.