Fana: At a Speed of Life!

Kirooshiyaan tapha Waancaa Addunyaa 22ffaa sadarkaa 3ffaan xumurte

Finfinnee, Mudde 8, 2015 (FBC) – Kirooshiyaan goolii 2 fi 1n Moorokoo injifachuun tapha Waancaa Addunyaa 22ffaa sadarkaa 3ffaan xumurteerti.

Moorokoon Waancaa Addunyaa 22ffaa qopheessummaa Kuwaataariin gaggeeffamaa jirurratti ga’umsa cimaa agarsiisuun sadarkaa 4ffaan xumuruu dandeesserti.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.