Fana: At a Speed of Life!

Kirooshiyaan fi Albaaniyaa qixa xumuran

Kirooshiyaa fi Albaaniyaan qixa xumuran

Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Awurooppaa 2024 Kirooshiyaa fi Albaaniyaan 2 fi 2’n walqixa xumuraniiru.

Tapha gulaallii ramaddii jalqabaan Ispeen Kirooshiyaa 3 fi 0’n yoo injifattu, Xaaliyaaniin Albaaniyaa 2 fi 1’n injifachuun ni yaadatama.

Galgalaa kana sa’aatii 1:00rratti Keessummeessituun taphichaa Jarmaniin Hangaarii waliin, sa’aatii 4:00tti ammoo Iskootilaandi Siwiizarlaandi waliin ni taphatu.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo mara waan nu waliin taataniif isin galateeffanna.#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.