Fana: At a Speed of Life!

Kirkira lafaa Hayitiitti mudateen namoonni 304 du’an

Finfinnee, Hagayya 9, 2013 (FBC)-  Kirkira lafaa cimaa Haayitii rukuteen, yoo xiqqaate namoonini 304 du’aniiru jedhame.

Balaa qaqqabeen namoonni 1800 ol madaa’aniiru.

Sanbata ganama ture kirkirri lafaa magnitiyuudi 7.2 kun biyyatti kan rukute.

Manneen amantaa fi hoteelota dabalatee gamoolee hedduu jijjigsee barbadeesseera.

Muummeen Ministirri biyyatti ‘miidhaan guddaa’ ga’eera jechuun ji’a tokkoof labsii yeroo muddamaa labsaniiru.

Hayitiin kirkira lafaa hamaa bara 2010tti biyyatti rukkute irraa ammayyuu bayyaannachaa jirti.

Maddi:-BBC

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.