Kiristiyaanoo Roonaaldoon Kilabii Saa’ud Arabiyaa Al-Naasiritti makamuuf waliigale
Finfinnee, Sadaasa 21,2015 (FBC)- Kiristiyaanoo Roonaaldoon Kilabii Saa’ud Arabiyaa Al-Naasiritti makamuuf waliigaluu gabaafamaa jira.
Akka gabaasa Miraariifi Deeyilii Meeyilitti Kiristiyaanoo Roonaaldoof waggaatti kaffaltiin yuuroo miliiyoonni 173 kan kaffalamu yoo ta’u, addunyaarra taphataa kaffaltii guddaan kaffalamuuf ta’a jedhameera.
Kiristiyaanoo Roonaaldoon kilabichaaf waggaa lamaafi walakkaaf taphachuuf waliigaluu ibsameera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.