Fana: At a Speed of Life!

Kiliyaam Mibaapeen Riyaal Maadriditti makame

Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) – Taphataan Sarara fuulduraa Faransaay Kiliyaam Mibaapeen jijjiirraa bilisaan Riyaal Maadriditti makameera.

Waliigaltee waggaa 5 mallatteessuun ifatti kilabichatti makamuu ibsameera.

Waliigateen PSG waliin qabu xumuramuu hordofee waayita fooddaan jijjiirraa taphattoota Laaligaa eegalame jijjiirraa bilisaan gara Maadriiditti imala jedhame.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.