Fana: At a Speed of Life!

Kilabni Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Ityoophiyaa Jooyint Istaar goolii 10 fi 0n injifate

Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC) – Dorgommii Shaampiyoonaa dubartootaa kilaboota biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa jiruun Kilabni Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Ityoophiyaa Kilaba Kubbaa Miilaa Sudaan Kibbaa ‘Jooyint Istaar’ goolii 10 fi 0n injifateera.

Taphicharratti Loozaa Abarraa goolii 6 yoo lakkoofsiistu Madinaa fi Tsaggaanash ammoo goolii lama lama lakkoofsiisaniiru.

Kilabni Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Ityoophiyaa qabxii 9 fi goolii 21 ramaddii isaarraa walakkaa xumuraaf darbeera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.