Fana: At a Speed of Life!

Kilabni Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Itiyoophiyaa shaampiyoonaa ta’e

Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Dorgommii Shaampiyoonsi Liigii Dubartootaa CAF tapha gulaallii biyyoota CECAFAtiin, Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa kilaba Kubbaa Miilaa keeniyaa Poolis buuleetis injifachuun Shaampiyoonaa ta’eera
Tapha har’a sa’aatii 8:00 irraa eegalee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti taphatameen CBE galchii 1 fi 0n Keeniyaa poolis buuleetis injifachuu hirmaannaa Shaampiyoonsi Liigii CAF argateera.
Seenaaf Waaqumaan 78′ irratti Kilaba Kubbaa Miilaa Baankii Daldala Itiyoophiyaaf galchii injifannoo galchuu ragaan CBE irraa argame ni mul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.