Fana: At a Speed of Life!

Kilaba Magaalaa Walqixxeef galiin Birrii miiliyoonni 43 ol walitti qabame

Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC) – Kilaba Kubbaa Miilaa Magaalaa Walqixxeef galiin Birriin miiliyoonni 42 walitti qabamuu ibsameera.

Sagantaan kilabichaaf galii walitti qabuu Magaalaa Finfinnee Hoteela Iskaay Laayitiitti gaggeeffameera.

Ispoortiin Ngaeenyaa, Jalaalaa, Fayyaa fi Tokkummaaf qooda olaanaa qabaachuu Itti Aanaan Pireezidaantii Naannoo Gidduleessa Itiyoophiyaa Indashaaw Xaasaw ibsaniiru.

Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Walqixxees Tokkummaa, Seenaa fi Aadaa hawaasaa beeksisuu keessatti qooda isaa bahachaa jiraachuu dubbataniiru.

Kilabichi Ambaasaaddara Hundaa waan ta’eef hawaasni tumsa barbaachisu akka taasiisu hubachiisuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii Godina Guraagerraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.