Fana: At a Speed of Life!

Kilaba Kubbaa Miilaa Baankii Daldala Itiyoophiyaaf badhaasni kenname

Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC) – Shaampiyoonaa Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2016 kan ta’e Kilaba Kubbaa Miilaa Baankii Daldala Itiyoophiyaaf badhaasni kennameera.

Taphattoota, Leenjiftootaa fi miseensota kilabichaa biroof badhaasni Birrii kuma 100 hanga miiliyoona 1 kennameera.

Pireezidaantiin Baankii Daldala Itiyoophiyaa Obbo Abbee Saannoon badhaasicha miseensota kanneeniif kennaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.