Fana: At a Speed of Life!

Kibbi Itiyoophiyaa qabeenya Uumamaan kan badhaadhedha – Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) – Akkumaa kutaalee biyyattii biroo Kibbi Itiyoophiyaa qabeenya Uumamaan kan badhaadhe ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Bara oomishaa kana oomishaaleen Fuduraa fi muduraa quubsaan jiraachuu kaasaniiru.
Fuduraaleen kuntaalli miiliyoona 34.5 fi Kuduraaleen kuntaalli miiliyoonni 7.6 oomishamuu ibsaniiru.
Milkaa’ina Kibba Itiyoophiyaatti argame kana naannolee birootti babal’isuun guddina waloo argamsiisuu fi karoora wabii nyaataa mirkaneessuun misooma waaraa dhugoomsuuf ciminaan hojjechuun murteessaa ta’uu Dooktar Abiy Fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin eeraniiru.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.