Fana: At a Speed of Life!

Keeniyaatti lammiileen haala rakkisaa keessa turan 217 gara biyyaatti deebi’an

Finfinnee, Hagayya 12, 2016 (FBC)- Keeniyaatti lammiileen haala rakkisaa keessa turan 217 gara Itiyoophiyaatti deebi’aniiru.

Keeniyaatti Embaasiin Itiyoophiyaa, qaamolee mootummaa Keeniyaa waliin ta’uun lammiilee Kanneen gara biyyaatti deebisuu gama miidiyaa hawaasummaa isaan beeksiseera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.