Fana: At a Speed of Life!

Keeniyaa Moonbaasaatti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 46 darbe

Finfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) – Keeniyaa magaalaa Moonbaasaatti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 46 darbuu ibsame.

Biyyattiitti Rooba waqtii gannaa roobaa jiru hordofee balaan lolaa mudachaa jiraachuu gabaafameera.

Hanga ammaattis balichaan lubbuun namoora 46 darbuu kan ibsame yoo ta’uu, manneen jireenyaa hedduun barbadaa’uu Reuters gabaaseera.

Lakkoofsi namoota lubbuun darbanii dabaluu akka danda’u ibsameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.