Fana: At a Speed of Life!

misoomni nagaa waaraa fida-MM Dr Abiy Ahimad

Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC)- Karoorrii misoomaa biyyoolessaa waggaa 10 nageenyaa fi olaantummaa seeraa galteewwan ijoo taasisee ka’uunsaa adda taasiseera jechun Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.
Dooktar Abiy fuula Feesbuukii isaaniitin akka ibsanitti,Karoorri biyyaalessaa waggaa 10 daandii badhaadhinaa mul’isu kan kana ilaalcha keessa galchedha jedhan.
Karoorichi nageenyaa fi olaantummaa seeraa kabachiisuu galteewwan ijoo taasisee ka’uunsa adda taasiseera jedhaniiru.
Yeroo qormaanni guutee keessaatti, nageenyii waraawaan akka dhugoomuu akkasumaas tarkaanfiiwwan hedduun hirmaannaa lammiilee fi dhaabbilee barbaadan fudhatamaa jiru jedhaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.