Fana: At a Speed of Life!

Karoora raawwii Dhibee Koleeraa dhabamsiisuurratti qorannoon gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Mudde 17, 2015 (FBC) – Karoora raawwii Dhibee Koleeraa dhabamsiisuurratti qorannoon gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.

Karooricha, Ministeerri Fayyaa, Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa, Ministeerri Bishaanii fi Inarjii, Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa fi Yuuniiseef waloon kan qopheessan ta’uu ibsameera.
Waltajjii qorannoo kanarratti Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa dabalatee hoggantoonni mootummaa biroo fi bakka buutoonni dhaabbilee deeggartootaa argamaniiru jedhame.

Dhibee Koleeraa ittisuuf mala ittisaa hunda galeessaa hordofuun barbaachisaa ta’uu eerameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.