Fana: At a Speed of Life!

Kantiibaan Magaalaa Adaamaa Obbo Haayiluun Kantiibota Afrikaa simatan

Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC)- Kantiibaan Magaalaa Adaamaa Obbo Hayiluu Jaldeen hirmaattota Inisheetiivii Hoggansa kantiibota Afrikaa waajjiraa isaaniitti simataniiru.

Kantiboonni kunneen hojilee garaagaraa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa keessatti hojjetaman irratti muxxannoo waljijjiiruuf ta’uun ibsameera.

Daawwannaa kanaan hojiilee misoomaa magaalattii dabaltee pirojejktii “Smart Adama” bulchiinsa magaalichaan hojjetamaa jiru kan daawwatan ta’un eerameera.

Dassaalanyi Abarraa fi Taarikuu Naggasaatu gabaase.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.