Kamiseetti guyyaan sabaa fi sablammootaa 17ffaan kabajame
Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Naannoo Amaaraa Bulchiinsa godina Saba Oromoo magaalaa Kamiseetti guyyaan sabaa fi sablammootaa 17ffaan kabajameera
Ayyaanichi mata duree ‘Tokkummaa sabdaneessummaa keenya nageenya waaraaf’ jedhuun kabajameera.
Sirnicharratti Af Yaa’ii Mana Maree Federeeshinii Obbo Agganyahu Tashaagarii fi Af Yaa’ii Mana Maree naannoo Amaaraa Faantuu Tasfaayee dabalatee hoggantoonni mootummaa federaalaa fi naannolee biroon argamaniiru.
Guyyicha sababeeffachuun agarsiifni suuraa aadaa sabaa fi sablammootaa, duudhaa fi muuxxaannoo qophaa’eera.
Maddi:- TOI
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.