Fana: At a Speed of Life!

Kabaja ayyaana Irreechaa ilaalchisee dubartoota kutaalee magaalaa Finfinnee waliin mari’atame

Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Haala Kabaja ayyaana Irreechaa ilaalchisee dubartoota kutaalee magaalaa Finfinnee hundarra walitti babba’an waliin mari’atameera.

Kabaja ayyaana Irreechaa gufachiisuuf hojimaata seeraan alaa ittisuu keessatti dubartoonni qooda olaanaa qabaachuu Hoggantuun Biiroo Bulchiinsaaf Nageenyaa Magaalaa Finfinnee Aadde Liidiyaa Girmaan ibsaniiru.

Ayyaanichi ayyaana jaalalaa, tokkummaa, obbolummaa fi nageenyaa akka ta’u dubartoonni qooda isaanii akka ba’an gaafataniiru.

Irreechi Hora Finfinnee bifa miidhagaa fi duudhaa isaa eegeen akka kabajamu dubartoonni keessummoota simachuun sirnaan keessummeessuu akka qaban dhaamaniiru.

#Oromia # Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.