Fana: At a Speed of Life!

Kaampii jireenyaa Poolisoota Aviyeeshinii Birri miiliyoona 76.3’n ijaarame eebbifame

Finfinnee, Adoolessa 11, 2016 (FBC)- Kaampii jireenyaa Qajeelcha Poolisii Aviyeeshinii Poolisii Federaalaa  Birrii miiliyoona 76.3’n ijaarame eebbifame.

Manni jireenyaa kun Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaan kan ijaarame ta’uun ibsameera.

Komishinarri Jeneraalaa Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’eel sirna eebba pirojektichaarratti haasawaa taasisaniin, Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa milkaa’ina galmeesseef gumaachi Poolisii Federaalaa olaanaa ta’uu ibsaniiru.

Hoji Raawwachiisaan Daandii Qilleensaa Obbo Masfiin Xaasawu gama isaaniin Poolisiin Federaalaa nageenya indaastirii Aviyeeshinii, daandii qilleensichaa fi imaltootaaf waardiyyaa ta’uu ibsuu ragaan Poolisii Federaalaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.