Fana: At a Speed of Life!

Kaabineen naannoo Kibbaa baajanni bara 2015 Birrii biiliyoona 46.3 ol akka ta’u murteesse

Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Kaabineen naannoo Kibbaa baajanni bara 2015 Birrii biiliyoona 46 fi miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 16 ol akka ta’u murteessuun Mana Maree naannichaaf qajeelche.
Manni Maree Bulchiinsaa naannoo Kibbaa wixinee baajataa 2015 irrati mari’ateera.
Wixinicharratti gadi fageenyaan erga mari’atee booda Baajanni bara 2015 Birrii biiliyoona 46 fi miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 16.9 ol akka ta’u murteessuun Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa naannoo Kibbaa akka raggaasiisuuf qajeelchuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannichaarra argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.