Juuntaa lafa biyyakoorra osoon hin qulqulleessin eessayyu hin deemuu-Kurnaala Gabiynaash Dabaalqee
Finfinnee, Fulbaana 17, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT duteetti jedhe odeeffaannoo sobaarratti tamsaasaa kan ture itti aantuun kurnaala Gabiynaash Dabaalqee imala kiyyaa hin xumurree jette.
Adda waraanaa Gaayintitti ayyaana Masqalaa raayyaa ittisa biyyaa waliin ta’uun kabajuun uummattoota Ityoophiyaa fi raayyaa ittisa biyyaatin baga ittin isin gahees jettetti.
Kurnaala Gabiynaash Dabaalqee, garee shororkeessaa ABUT’tiin duuteetti jedhamuu kiyyaa dhaga’eeraa jechuunis Faanaa Broodkaastingiin Koorporeetiif ibsiteetti.
Miiniyichil Azaazwutu gabaase
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.