Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni naannoo Kibbaa lammiilee Tigraayiif Birrii miiliyoona 11.5 deeggarsa taasiisan

Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Jiraattoonni naannoo Kibbaa lammiilee Tigraayiif meeshaalee Birrii miiliyoona 11.5tti tilmaamamu deeggarsa taasiisaniiru.
Bakka buutonni ummata naannichaa magaalaa Maqaleetti argamuun deeggarsichaa bulchinsa yeroo naannoo Tigraayiif laataniiru.
Itti gaafatamaan Waajjira preezdaantii naannoo Kibbaa obbo Sammaan Shifaa daakuun qamadii fi Qinceen kuntaalli kumni 3 fi 200 Maqalee ga’uu ibsaniiru.
Waldeeggaruun duudhaa Ityoophiyaanootaa waan ta’eef ummata Tigraay cinaa dhaabbachuu isaanitti gammaduu himaniiru.
Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay deeggarsa ummanni naannoo Kibbaa taasiisan galateeffataniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.