Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni naannoo Hararii, Jigjigaa fi magaalaa Waraabee hiriira deeggarsaa MM Dr. Abiy Ahimadiif gaggeessan

Finfinnee, Amajjii 30, 2013 (FBC) – Jiraattoonni naannoo Hararii, Jigjigaa fi magaalaa Waraabee hiriira deeggarsaa Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiif gaggeessan.
Hiriira deeggarsa kanarratti kutaaleen hawaasaa garagaraa baadiyaa fi magaalaadha walitti baba’uun hirmaataniiru.
Hiriira deeggarsaa uummanni kaka’umsa mataa isaatiin gaggeesse kana irratti jaalalaa fi kabaja Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiif qaban dhaadannoowwan garagaraatiin ibsataniiti jiru.
Fuula feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa yuutyuubii keenyan nu hordofuuf fbc afaan oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.