Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni Magaalaa Amboo fi Godina Shawaa Lixaa hiriira deeggarsa Raayyaa Ittisaa fi balaaleffannaa garee shororkeessitootaa gaggeessaan

Finfinnee, Onkololeessa 28, 2014 (FBC) –Jiraattoonni Magaalaa Amboo fi Godina Shawaa Lixaa gochaa badii gareen Shoroorkeessitoota ABUT fi Shanee biyya diiguuf taasisaa jiran balaaleefachuu fi deeggarsa Gootoota Raayyaa Ittisa Biyyaaf qaban agarsiisuuf hiriira gaggeessaniiru.

Jiraattoonni kunneen gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaa waan danda’an hundaan kan tumsan ta’u ibsaniiru.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.