Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni magaalaa Alataa Wandoo hiriira balaaleffannaa qochalaa ABUT fi Shanee gaggeessan

Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) –Jiraattoonni Naannoo Sidaamaa magaalaa Alataa Wandoo hiriira balaaleffannaa qochalaa ABUT fi Shanee gaggeessaniiru.
 
Birmadummaa gareen Shororkeessaa ABUT biyyatti akeekaa jiru ittisuuf Raayyaa Ittisaa cinaa kan dhaabbatan ta’uu kaasaniiru.
 
Ergamatoonni garee ABUT nageenyaa biyyaa booreessuf tattaaffii taasiisaa jiran fashaleessuuf tumsa ummanni qindoominaan taasiisaa jiru kan jajjabeeffamu ta’uu Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa naannoo Sidaamaa obbo Abrahaam Maarshaalloon dubbataniiru.
 
Shira garee kanaa fashaleessuun kan danda’amu qaamni hunda waloon yoo hojjete qofa ta’uu ibsaniiru.
 
Taammanaa Araggaatu gabaase.
 
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.