Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni kutaa magaalaa Boolee aanaa 7 lammiilee buqqa’aaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 5.1 ol taasisan

Finfinnee, Sadaasa 5, 2014 (FBC)- Jiraattoonni kutaa magaalaa Boolee aanaa 7 lammiilee buqqa’aaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 5.1 ol taasisaaniiru.

Deeggarsicha naannoo Amaaraatti lammiilee sababa waraanaatin qe’ee fi qabeenyaasaaniirra buqqa’uun magaalaa Dabra Birhaanitti da’aanna yeroo keessaatti argamaniif laataniiru.

Girmaa Nasiibuutu gabaase

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.