Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni godina Wallagga Lixaa aanaa Baabboo Gambeel ABO Shanee balaaleeffatan

Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC) –Jiraattoonni godina Wallagga Lixaa aanaa Baabboo Gambeel hiriira ba’uun ABO Shanee balaaleeffataniiru.

Aanaa Baabboo Gambeel Jiraattoonni Ambaaloo Diillaa gochaa badii ABO Shanee hiriira ba’uun balaaffachuu isaanii Waajjirri Dhimmooota Komiinikeeshinii mootummaa godina Wallagga Lixaa beeksiseera.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.!

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.