Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni godina Walayittaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 11 ol taasisan

Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC) – Jiraattoonni godina Walayittaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 11 ol taasisaniiru.

Godinichaatti kutalee hawaasaa garagaraa fi dhaabbileen gosaa fi  Birrii miiliyoona 11 ol taasisaniiru.

Deeggarsicha jaarsoliin biyyaa fi hawaasa daldalaa, gurmaa’insa dargaggoo fi dubartootaa  bakka bu’an har’a mooraa humna lafootti argamuun laataniru.

Ministir Deettaa Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI  aadde Maartaa Liwijii deeggarsa laatamee harka fuudhaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.