Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni godina Shawaa Kaabaa raayyaa ittisa biyyaa fi lammiilee buqqa’aaniif deeggarsa taasisan

Finfinnee, Sadaasa 5, 2014 (FBC)- Jiraattoonni godina Shawaa Kaabaa raayyaa ittisa biyyaa fi lammiilee buqqa’aaniif deeggarsa taasisaaniiru.

Bulchaan godinicha obbo Abrahaam Gaaddisaan akka himanitti, raayyaan ittisaa juuntaa awwaaluuf fulaaf fulaatti waraanaa akka jiraan nun ammoo gaachana ta’uun dirqamnii biyyummaa waan nurra jiruuf adda waraanaatti argamneerra jedhan.

Waliigalas sangoota 120 fi daakuu kuntaala 100 ol deeggarsa taasisuus himaniiru.

Bisraat Mangisteetu gabaase

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.