Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni godina Oomoo Kibbaa Birrii miiliyoona 15 ol Raayyaa ittisaaf deeggarsa taasiisan

Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) – Jiraattoonni godina Oomoo Kibbaa Birrii miiliyoona 15 fi Sangoota 200 ol Raayyaa ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.

Sangoonni aanaalee fi Godinarraa walitti qabaman magaalaa Jiinkaatti bakka hoggansi aanaalee fi godinaa argamanitti gaggeeffamaniiru.

Tokkoon tokkoo aanaalee sangoota 10 hanga 30 gumaachuu ibsameera.

Hawaasni godinichaa sangoota 200, Birrii miiliyoona 15 fi nyaata Birrii miiliyoona 1.2tti tilmaamamu qopheessuun Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisu Bulchaan Godina Oomoo Kibbaa obbo Nigaatuu Daansaa ibsuu isaanii Dhaabbanni Raadiyoo fi Teeleeviizhiinii naannoo Kibbaa gabaaseera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.