Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni godina Horroo Guduruu Wallaggaa hiriira balaalleeffannaa Shanee fi ABUT bahan

Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)- Jiraattoonni godina Horroo Guduruu Wallaggaa hiriira balaalleeffannaa Shanee fi ABUT bahaniiru.

Godinichatti jiraattoonni aanaalee 11 fi bulchiinsa magaalaa Shaambuurra walitti babba’aan hiriiricharratti hirmaataniiru.

Hirmaattoonni hiriirichaa dhaadawwoon garagaraa dhageessisuun, gareewwan lamaa diinoota uummataa Ityoophiyaati jedhaniiru.

Akkasumas biyyaa diiguuf kan kayyeeffataniidha jechuusaanii ragaan Waajjira Dhimmoota kominikeeshinii mootummaa Godina Horroo Guduruu Wallaggaarraa argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.