Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni Godina Daawuroo Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiif hiriira deeggarsaa gaggeessaa jiru

Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC) – Jiraattoonni Godina Daawuroo milkaa’ina gaggeessummaa Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad deeggaruuf hiriira deeggarsaa gaggeessaa jiru.
Jiraattoonni hiriiricha irratti Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad waliin tahuun misoma eegalamee akka itti fufsiisan ibsaniiru.
Dhaaddannoo dinqisiifannaa looreeti nageenyaa addunyaa Muummee Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad qabna jedhuu fi kanneen biroon dhaggeesisaa jiraachuu ragaan kominikeeshinii mootummaa godina daawuroo irraa arganne ni mul’isa.
Fuula feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa yuutyuubii keenyan nu hordofuuf fbc afaan oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.