Jiraattoonni Godina Arsii Sangoota 400 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Sadaasa 15, 2014 (FBC) – Jiraattoonni Godina Arsii Sangoota 400 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.
Ummanni godinichaa wayita Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad biyyaa ol homtuu hin jiru jechuun gara Adda waraanaatti duulanitti ta’uun isaa injifannoo caalmaaf kan kakaasu ta’uu Bulchaan godina Arsii obbo Muusaa Fooroon sirna wal harkaa fuudhinsa deeggarsichaarratti eeraniiru.
Erga duulichi eegalamee ummanni godinichaa Raayyaa Ittisaatti makamuurra darbee marsaa 2 santoota 900 ol Raayyaa Ittisa Biyyaaf gumaachuun aantummaa isaanii agarsiisuu himaniiru.
Yeroo itti aanu deeggarsa barbaachisu taasiisuuf hojjetamaa jiraachuu himaniiru.
Maddi:- TOI
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.