Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni aanaa Gololchaa hiriira balaaleffannaa shororkeessaa ABO Shanee gaggeessan

Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Jiraattoonni Godina Baalee Bahaa aanaa Gololchaa hiriira balaaleffannaa shororkeessaa ABO Shanee gaggeessaniiru.

Jiraattoonni magaalaa Jaarraa fi naannawwaa isheerraa walitti babba’an hiriira kanarratti hirmaataniiru jedhame.

Hiriirtoonni kunnee hariiroo ABO Shanee fi ABUT balaaleffachuun deeggarsa Raayyaa ittisaaf qaban dhageessiisaniiru.

Hariiroon Gareen shoorkeessitootaa lamaan Ityoophiyaa diiguuf uumuun fudhatama kan hin qabnee fi kan hin milkoofne ta’uu ibsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.