Fana: At a Speed of Life!

Jiraattonni magaalaa Yaa’abal’oo MM Dooktar Abiy Ahimadiif hiriira deeggarsaa bahaan

Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)- Jiraattonni godina Booranaa magaalaa Yaa’abal’oo hooggansa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif hiriira deeggarsaa ba’aaniiru.
Jiraattonni hiriira ba’aan kunneen jijjiirama waggottaan sadan darbanii as hoggansa Dooktar Abiy Ahimadiin dhufaa jiru akka tumsaan himaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.